Ayyaana WBO fi Baraa Haarawa Ilaalchisee, CTBOBM Milkiin Ayyaaneffattee
Baqattoonni Oromo Magaalaa Cairo-Egypt keessa jiraatan ayyaana WBO fi Amajjii 2014 bara haaraa haala ow’aadhaan kabajatan. Galii ayyaanicharraa argamus %50 WBO gumaachuufis murteeffatanii jiru. Haala...
View ArticleKORBOO SHEEKKOTAA – 3
DURADUBBII Dubbiftoota barreeffata kanaa jaalatamoo fi kabajamoo, kanaan dura dhaamsa kanatti aanee jiru isiniif dabarseen ture: “kunoo harra irraa jalqabeen mataduree ”KORBOO SHEEKKOTAA”, jedhamu kana...
View Articleበሃገር ማቅናት ስም የተፈጸሙ ግፎችን ይክዳሉ
በቀለ ጅራታ ከስዊድን ባለፉት ዘመናትም ሆነ ዛሬ በኢትዮዽያ ኣመሰራረት ላይ በውስጣ በሚኖሩ ሃዝቦች መካከል መግባባት የለም። የሃገሪቷን ስልጣን በሃይል የያዙት ወገኖች “ሃገር የማቅናት ስራ ሰራን እንጂ, የፈጸምነው በደል የለም;” እያሉ በሃገር ማቅናት ስም የተፈጸሙ ግፎችን ይክዳሉ። ለምንም ኣላማ ይሁን የተገፉ፣...
View ArticleYesterday’s Mistakes, Today’s Reality and Tomorrow’s Destiny
By Leenjiso Horo* | January 2014 History is interpreted as a record of events that happened in the past. Every nation has its own history – its record of events that happened in the past, and so does...
View ArticleAFAAN KEENYAAF AFAAN KEENYAAN HAA-KAANU
Taammanaa Bitimaa irraa* DURADUBBII Dubbiftoota barreeffata kanaa jaalatamoo fi kabajamoo, mee dursee barri haaraan kun bara nagaa fi bara badhaadhinaa, bara milkii gaarii fi bara tokkummaan Oromoo...
View ArticleBiya Jarmanii – Waamicha Kabaja Guyyaa Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO)!
Tokkummaan Baratoota Oromoo Jarmanii damee Bayern (TBOM) fi damee Hessen (TBOH) waliin ta’uudhaan guyaa Waraana Bilisummaa Oromoo kabajuudhaaf waamicha ulfinaa dabarsina. Akka hirmaattaniif kan...
View ArticleOROMOO
Ofumaan caraanee, laagaan na tarsa’aa? Rafaa jiran jarroo, eenyutu na dhagaya? Orma akkamii ti isaan, guyyaa saafaa rafuu? Magan! Sitti Magan ! Waaqayyo Siif Safuu! Ofii wanti hirribaa? Akka hin taane...
View Articleገደብ ያጣው ግፍና የጭቆና መረብ በኦሮሞ ትውልድ ላይ
By Getinet Dinkayehu* የወያኔ እነቅስቃሴ በኦሮሞ ህዝብና በኦሮሞ ድርጅታዊ እነቅስቃሴ ላይ ያላቛረጠ ጭቆናና የመብት ረገጣ በማድረግ የተለያዩ ኢ-ዲሞክራሳዊ የመብት ጥሰቶችን እየፈፀመ ይገኛል:: ለዚህም ስትራተጂዎችን በመንደፍና የነደፈውን በመተግበር ዛሬ አለም የሰዉ ልጆችን መብት ከመጠበቅ አልፎ...
View ArticleKan Darbe Dagadhaa
Ahmad Abbaa Bulgu Kan darbe dagadhaa maliif dhiphattanii, Har’a qofa ilaalaa seenaa maal qabdani. Kan darbe dagadhaa hunda irraanfadhaa, Nutu isinii beekaa gorsa keeyna fudhaa. Kan darbe dagadhaa oduu...
View ArticleLetter to the Kenyan Education Ministry on the Correct Identity of the Oromo...
The following is a letter written by the Oromo Refugee Teachers and the Oromo Refugee community leaders in Kenya to the Kenyan Education Ministry on the correct identity of the Oromo people....
View ArticleBarreessuu Caalaa Maxxansisuu fi Raabsuutu Rakkoo Dha
Jaallannee Gammadaa | VOA WASHINGTON, DC — Oromiyaa keessatti kitaaboota Asoossomaa kanneen seenaa dhugaa irratti qiyyaafatan akkasumas qorannaalee irratti hirkachuun barreefaman lakkofsaan dabalaa...
View ArticleCampaign Behind #BoycottBedele Squashes Baseless Rumors of Plans to Boycott...
Editor’s Note: Nefxegnas, who have heavy partnership with the bloodsucking Al-Amoudi and his Pepsi Cola company in Ethiopia, are spreading rumors that the campaign behind #BoycottBedele is planning to...
View ArticleFrom the darkest to brightest
Editor’s Note: We found the following inspiring story on the Twin Cities Daily Planet online media site. —————————- By Ibrahim Muzamil | Community Voices: The Twin Cities Daily Planet I lost my...
View ArticleBarbaachisummaa Dhaabaa | The Need for Institutions
The Need for Institutions (Originally Prepared for the Launching Event of MWMF) By Ibsaa Guutama | December 2013 The Oromo had institutions for all activities and knew their importance. There was a...
View ArticleAn Afan Oromo Movie, WAAKKII, Screening in Oslo, Norway – January 18, 2014
Oromoota Oslo jiraattan hundaaf: Fiilmii Afaan Oromoo “WAAKKII” jedhu, Yuniversitii Saayinsii fi Teknikaa Adaamaa irraa barnoota Sooftweer Injineriingiin digriin kan eebbifame dargaggoo Baayyisaa...
View ArticleSemanaarii Gamtaa Kan Oromoo, Ogaden fi Eritrea Gafa 04.01.2014 Magaala...
Semnaarii kun Tokkummaa Bartootaa Oromoo Biyyaa Jarmanii (TBOJ) ca’aa ABO, Waldaa gargarsaa warra Ogaden Kan Adda Bilisummaa Ummataa Ogaden (ONLF) ti hidhaataa qabuu fi Caasa “Peoples For Democracy...
View ArticleGuyyaan WBO Amajjii 4, 2014 Magaalaa Harlem, Holand tti Kabajame!
Guyyaan Waraana Bilisummaa Oromoo Amajjii 4, bara 2014 biyya Hoolaand magaalaa Haarlem kheessatti bakka miseensoonni, deeggartoot Adda Bilisummaa Oromoo fi ummanni Oromoo hedduun argamanitti haalaa...
View ArticleHORN OF AFRICA: Humanitarian Situation Deteriorates as the New Year Comes and...
The following is a statement from the Human Rights League of the Horn of Africa (HRLHA). ———————– Dear friends, Time does seem to pass ever more quickly. Has it really been a year since the HRLHA...
View ArticleWalaloo: Cilee-Dibduu Seenaa
Bahru D. Bayisa irraa* “Baraaf haa taa’u!” jedhe jedhan jaldeessi Dhagaa galgalchee: mukaa’ee bineensi. Baraaf taa’ee maal dalaga galagalee dhagaan Dubbii barbaachaaf malee jaldeessi kootaan! Yaa...
View ArticleThe Launch of Oromo Women’s Association (OWA) – UK
The Launch of the Oromo Women’s Association (OWA) in the UK will take place on Saturday, 01 February, 2014 in London. All Oromo women and men in the UK are kindly invited to take part in this...
View Article