Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

Ayyaana WBO fi Baraa Haarawa Ilaalchisee, CTBOBM Milkiin Ayyaaneffattee

$
0
0
Baqattoonni Oromo Magaalaa Cairo-Egypt keessa jiraatan ayyaana WBO fi Amajjii 2014 bara haaraa haala ow’aadhaan kabajatan. Galii ayyaanicharraa argamus %50 WBO gumaachuufis murteeffatanii jiru. Haala kanaan ayyaana waggaa haaraa bara 2014 fi yaadannoo qabsaawota Oromoo bilisummaa oromootiif lubbii isaanii wareeganii fi ammas wareegurra jiran haala nama gammachiisuun yaadanii waan dandeettii isaaniitiin qabsoo Oromootiifis gumaachuu fi […]

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

Trending Articles