Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

Walaloo: Cilee-Dibduu Seenaa

$
0
0
Bahru D. Bayisa irraa* “Baraaf haa taa’u!” jedhe jedhan jaldeessi Dhagaa galgalchee: mukaa’ee bineensi. Baraaf taa’ee maal dalaga galagalee dhagaan Dubbii barbaachaaf malee jaldeessi kootaan! Yaa galgalchituu dhagaa eertuu mudaa Waa malee miti hamaaf deemta, dubbii qabda! Orma miidhuuf dhagaa ciisuu galgalchitee Qajjabbuu ofitti dammaqsitee Danda’i baadhu egaa ilkee kallattii hedduu Atis summii dha: summiin […]

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

Trending Articles