Ofumaan caraanee, laagaan na tarsa’aa? Rafaa jiran jarroo, eenyutu na dhagaya? Orma akkamii ti isaan, guyyaa saafaa rafuu? Magan! Sitti Magan ! Waaqayyo Siif Safuu! Ofii wanti hirribaa? Akka hin taane ‘Coma’! Osoo ani Waaqa tahee, achumaanin qooma. Malkaa Caffee Malkaacaffee@gmail.com
↧