Guyyaan Waraana Bilisummaa Oromoo Amajjii 4, bara 2014 biyya Hoolaand magaalaa Haarlem kheessatti bakka miseensoonni, deeggartoot Adda Bilisummaa Oromoo fi ummanni Oromoo hedduun argamanitti haalaa bareedaan kabajame. Akkaataa sagantaa kaayameen ayyaanni kun sirna dungoo qabsiisuu fi faaruu alaabaatiin jalqabame. Itti aansuun ittigaafatamaan A.B.O. biyya Hoolaandi J/ Gizaachoo Barbaadaa seenaa kabajaa guyyaa W.B.O. bal’inaan ibsan. Qophii […]
↧