Ahmad Abbaa Bulgu Kan darbe dagadhaa maliif dhiphattanii, Har’a qofa ilaalaa seenaa maal qabdani. Kan darbe dagadhaa hunda irraanfadhaa, Nutu isinii beekaa gorsa keeyna fudhaa. Kan darbe dagadhaa oduu jara kibbaa, Nutu qaroomaadha worreen gara kabaa. Jiruu jaarraa tokkoo duubatti yaaddanii, Qaromina keeynan qixaahuu dhabdanii, Maalumaaf of taatan nu ta’uu dhiiftanii? Nutu bulchuu beeka kan […]
↧