HUNDA DURA, BIYYAA FI UMMATA KIYYAAF!
Y.G. (2005)* Namni ykn humni yk Biyyi tokko , Qabsoo gaaffii mirgaa wayita gaggeessu, bu’urri murannoo isaa mata duree har’aa kana ta’uu, kan haalu jira natti hin fakkaatu. Humni ykn namni ejjannoo...
View ArticleMunich (Germany): Yaadannoo Guyyaa Gootota fi Galgala Bashananna Oromoo (Ebla...
Munich (Germany): Yaadannoo Guyyaa Gootota fi Galgala Bashananna Oromoo (Ebla 20, 2013) Nagaan kabajaa Oromummaa hundumaa haa dursu. TBOJ dameen Munshin April /Ebla/ 20, 2013 yaadannoo Guyyaa Gootota...
View ArticleOromummaan Maalii?
Jaallannee Gammadaa | VOA WASHINGTON, DC — Uummanni Oromoo mootummoota darbaa dabarsa isa bulchaa turaniin eenyummaa isaa akka dagatu ta’e kan jedhan Profeessar Asaffaa Jaallataa yunivarsitii Tennasii...
View ArticleCuunfaa Itti Ba’insa Koraa ODF fi Walgahii Ummataa ODFn MN Yaamamee
Hirmaattota Walgahii ADO Minneapolis MN March 30 bara 2013 Obbo Leencoo Lataa Walgahii Hawaasa Oromoo MN Irratti Yeroo Haasaa Taasisan Hirmaattota Walgahii ADO Minneapolis MN March 30 bara 2013...
View ArticleYaamicha Guyyaa Gootota Oromoo: Ilmaan Oromoo Australia Keessaa Maraaf
Konyaan ABO Victoria Guyyaa Gootota Oromoo, Ebla (April) 15, 2013 sirna ho’aan kabajamu sababeeffachuun Ebila 21 bara 2013 kabajuuf qophii isaa xumuratee jira. Guyyaa kana: • Gootowwan Oromoo dirree...
View ArticleYaadannoo Guyyaa Gootota fi Galgala Bashananna Oromoo (Ebla 20, 2013,...
Hunda dura nagaan kabajaa fi Oromummaa haa dursu. Uummatni Oromoo fi qabsaawanni Oromoo, Gootota Oromoo kanneen bilisummaa saba isaaniif jecha osoo qabsoo godhanii dirree falmaa, mana hidhaa fi haala...
View ArticleWaamicha Kabajaa Guyyaa Yaadannoo Gootota Oromoof – Hawaasni Oromoo Haugaland...
Hawaasni Oromoo Haugaland (Norway) guyyaa yaadannoo gootota Oromoo Ebla guyyaa 14, bara 2013 magaalaa Haugesund jedhamu keessatti kabajuuf qophii barbaachisu xumuree jira. Guyyaa kana seenaa gootota...
View ArticleMUKA JALLAA DIRIIRSUUN OSOO QACALEETI
Jawaar Siraaj Mohammad irraa* Tattaaffiin rakkoo qabsoon Oromoo mudatte furuudhaaf akka matayyaattiis tahe akka gurmuutti godhamaa jirtu mara jajjabeessuun barbaachisaadha. Carraaqqiin garasiin...
View ArticleKorri Miseensota ABO Kutaa Kanaadaa Bitootessa 29-31, bara 2013 Magaalaa...
OromoCanadaEd2013_6 OromoCanadaEd2013_5 OromoCanadaEd2013_4 OromoCanadaEd2013_3 OromoCanadaEd2013_2 OromoCanadaEd2013_1 Korri miseensota ABO Kutaa Kanaadaa bara 2013 Bitootessa 29-31tti, Magaalaa...
View ArticleIbsa KY-ABO: KAAYYOO OROMOO FAALLEYSUUN HIN DANDAYAMU
Ibsa KY-ABO Gaafiin Oromoo gaafii abbaa biyyummaati malee gaafii mirga lammummaa Tophia kadhachuutii miti. Oromoon wanni qabsaawuuf biyya humnaan weeraramee boortaadhaan irra fudhatamte harkatti...
View ArticleAfeerra Kabaja Guyyaa Gootota Oromoo Kutaa New Zealand
Uummatni oromoo fi qabsaawati ABO Gootota oromoo kanneen bilisummaa saba isaaniif jecha osoo qabsoo godhanii dirree falmaa mana hidhaa fi haala adda addaa keessatti lubbuun isaanii darbe wagga waggaan...
View Article“Fira Fakkaatee Risaan Shimbir Nyaatee”
Ambayyoo maaluma teenya tun dubbiinii Garam deemaa jirti qabsoon teenya tunii Mee tam qabatanii; tami tan dhiisanii Dhiiroo mee dubbadhaa nu afaanfaajjeessanii Waa’een keenyaa kuni nama ajaa’ibsiisa...
View ArticleHRLHA on Sudan: A Positive Move Towards Peaceful Conflict Resolutions
The following statement is from the Human Rights League of the Horn of Africa (HRLHA). HRLHA Statement April 06, 2013 The Human Rights League of the Horn of Africa (HRLHA) has welcomed with...
View ArticleLabssa Wal-hubannoo fi Tokkoomuu ABO-SHG fi ABO-KY
Rakkoo dhaaba keenya keeysatti dhalate irraa addaan bahinsi bara 2008 tahe tokkummaa miseensotaa fi qabsawootaa irratti dhiibbaa dabalataa uumee darbe. Rakkoo kana karaa araaraa furuuf yaaliin hedduun...
View ArticleWalga’iin Kooruma (Jaatanii!)
Karaa mirgaa korru, bitaanis ol baanu gajjalaanis yaabnu, utallees irra buunu walga’iin kooruma murtiinis kan sabaa maal maqaan wal dhabuu? rakkoof qaawwaa banuu? Inni annisaa cimfate luugee yoo ol...
View ArticleGeneral Tadesse Birruu’s son, Kasa Tadesse, passes away
(Ayyaantuu.com) – Kasa Tadesse Birru, the son of the Oromo national hero Gen. Tadesse Birru passed away today, April 7, 2013, afternoon in Maryland, USA. Kassa was working to stand in the footsteps of...
View ArticleGuyyaa Gootota Oromoo (Oromo Martyrs’ Day) – Ebla 20, 2013 London
Koreen ABO biyya UK ayyaana Guyyaa Gootota Oromoo (Oromo Martyrs’ Day) Ebla 20, 2013, London keessatti kabajuuf qopheessee jira. Guyyaa kana gootota mirga ilmaan Oromoof jecha lubbuu isaanii kennan,...
View ArticleYaamicha Guyyaa Gootota Oromoo: “South Australia/Adelaide”
Ilmaan Oromoo Kutaa “South Australia (Adelaide)” Keessa jiraattan Maraaf Waaldaan Hawaasa Oromoo kibba Australia (Adealide) Guyyaa Gootota Oromoo, Ebla (April) 15, 2013 sirna ho’aan kabajamu...
View ArticleGuyyaa Gootota Oromoo: Columbus, Ohio
Guyyaa Gootota Oromoo kabajachuuf Oromoonif frootinni Oromo ta’an kan magaala Columbus fi nannaawa ishee jiraatan waan itti qophawwaa jirrufii abbooti, haadhotiin, dargaggoon, akkasumas shamaran...
View Article