Guyyaa Gootota Oromoo kabajachuuf Oromoonif frootinni Oromo ta’an kan magaala Columbus fi nannaawa ishee jiraatan waan itti qophawwaa jirrufii abbooti, haadhotiin, dargaggoon, akkasumas shamaran guyyaa seena qabeesa kana irrati akka argamtanii gamachuufi, ittiin sabboonumaa keesan calaqeesitan koreen qindeesituu issin afeerti.
Bakki: 169 Fairway Blvd, Columbus, Ohio 43213 (Crossroads Event Center | Hamilton Square)
Guyyaan: Ebla (April) 27, 2013
Gaaffii yo qabbatan nammoota qunamittii kanaan gafaadha.
1] Obbo Nuuree – 614-218-7478
2] Obbo Muktar – 614-432-6219
3] Obbo Amanuel – 614-446-0669