↧
Gabaasa FDG Oromiyaa (via Sagalee Qeerroo Bilisummaa) – Sadaasa 26, 2015
↧
Jaafar Yuusuf: “Wal Irratti Hin Laallu” [New Oromo Music]
↧
↧
Raadiyoo Sagalee Walabummaa Oromiyaa – Sadaasa 25, 2015
↧
Walgahiin Dachee Oromiyaa Qubattoota Alagaaf Laachuuf Akeekkate Mormii Ummataan Fashale
(SBO – SADAASA 25, 2015) Ummata Oromoo ifaa fi tooftaa dhoksaatiin lafa isaa irraa buqqisuudhaan alagoota Kaaba irraa dhufanii fi warreen alaa sirna isaaf meeshaa tahaniif hiraa kan jiru mootummaan abbaa irree Wayyaanee jidduu kanas naannawa Finfinneetii lafa Oromoo qubattootni saba Amaaraa akka qircataniif shirri xaxe mormiin ummataa isa mudate. Walgahii Kiibxata dabre, Sadaasa 24 […]
↧
Habtamu Lamu: "Wallaggaa Daawwanna" [Oromo Music via Raayyaa Studio]
↧
↧
Godina Lixa Wallaggaa Ijoolleen Oromoo Ukkaamfaman
Godina Lixa Wallaggaa Ona Ganjii irraa dargaggootni Oromoo barreessaa kitaaba UDDEELLAA, Galataa Caalaa Baayisaa akkasumas obboleessa isaa Qadiidaa Caalaa Baayisaa fi Takkaalliny Bantii Baay’isaa jedhaman humnoota tikaa Wayyaaneen ukkaamfamuun eessa buuteen isaanii dhabame. (SBO – SADAASA 25, 2015) Dargaggoo Galataa Caalaa Baayisaa Sadaasa 21/2015 galgala keessaa sa’a 10:00 irratti magaalaa Ganjiitii qabamee waajira poolisii Ona […]
↧
Eebbaa Coqorsa:- Gaafa Handaraafaa (Walaloo)
↧
OMN: Oduu – Sadaasa 26, 2015
↧
Barattooti Oromoo Gullisoo Mormii Dhageessisan
(Oromedia, Gullisoo, 27 Sadaasa 2015) Barattooti Oromoo Gullisoo miidhaa fi roorroon ummata Oromoo irraa akka dhaabbatu gaafachuuf hará Sadaasa 27 bara 2015 waaree booda mormii bahan. Oduun Oromiyaa Lixaa Gullisoo irraa nu gfahe akka ibsutti, gaaffiin barattoota Oromoo bakka iyyuutti bifa walfakkaataan belbelaa jira. Godina Wallaggaa Lixaa, Aanaa Gullisootti guyyaa haráa waaree booda sa’a 2:30-2:45 […]
↧
↧
K/ 2ffaa | Dr. Asaffaa Jaallataa: Sabboonummaa fi Qabsoo Oromoo (via Simbirtuu)
↧
London | Dec. 12, 2015 | Annual General Meeting of Oromo Relief Association-UK
Miseensota fi deggertoota WGO fi gaarii kan yadan maraaf: Waldaan Gargarsaa Oromoo Walgahii Wagaa Sadaasa 12, 2015 admisisa waan ta’ef akka argamttan kabajaan aferatamtanittu. Bakkaf, Yeroo fi gejjibni kana gadiiti ibsamera. Koree HG —— To all ORA members, supporters and good wishers: You are cordially invited to take part in the Annual General Meeting (AGM) […]
↧
Oromo-TV: Seenaaf Yaaddanno Sabaa-himaa Oromoo (Geletu Kelube)
↧
Saartuu Usmayyoo Mussaa: "Abbaa Khoo!" [Oromo Music from Usmayyoo’s Daughter via Nuun Studio]
↧
↧
TVOMT: Oromo TV
↧
Sagalee QEERROO Bilisummaa (SQ) – Qophii FDG | Sadaasa 27, 2015
↧
Ibsa KWO: "Waayeen Lafa Oromoo Qixa Lafee Oromooti Lakkaawama"
Ibsa KWO/OIF … —– KALLACHA WALABUMMAA OROMIYAA Wajira.kwo@gmail.com LAAK: kwo-075-2015 GUYAAA: Sada. 27, 2015 OROMIA INDEPENDENCE FRONT Wajira.kwo@gmail.com REF.NO: oif-075-2015 DATE: Nov. 27, 2015 “Waayeen Lafa Oromoo qixa Lafee Oromooti lakkaawama” Ibsa Maastar Pilaanii Finfinnee Ilaalchisee Dhaaba Kallacha Walabummaa Oromiyaa (KWO) Irraa Kenname. Karoorri Motummaan Wayyaanee Dhaloota isaa irraa kaasee Ummata Oromoo fi Cunqurfamoota Sabaa […]
↧
Jaagamaa Taaddalaa: "Eelee Sibiilaa" [New Oromo Music – November 2015]
↧
↧
Oromo Voice Radio (OVR) Broadcast – November 25/28, 2015
November 28, 2015: November 25, 2015:
↧
RSWO – Sadaasa 27, 2015 (Waltajjii Maree)
↧
SBO: Oduu fi Sochii FDG Oromiyaa Keessaa Yeroo Ammaa Irratti Kan Fuulleffate
↧