Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all 3224 articles
Browse latest View live

Jireenyaa Gadaa: "Gumaan Baasa" [Oromo Music]


Oromo-TV: Marii Oromoo –"Maastar Pilaanii Addis Abbabbaa"

$
0
0
Duguuginsa Shanyii “Maastar Pilaanii Addis Abbabbaa” Dr. G. Teessoo

Blog Set Up to #HelpFindDabassa by Friends of Ob. Dabassa Guyo

$
0
0
The blog can be accessed @ http://DabasaGuyo.blogspot.com

Ibsa Ejjannoo Hirmaatto Marii Maastar Pilaanii Finfinnee Magaalaa Minneapolis

$
0
0
Nuti hirmaattooni walgahii shira Marii Maastar Pilaanii Finfinnee waliin walqabatee balaa ummata Oromoo irratti aggaammate ilaalchisee marii bal’aa erga goone booda murtiilee armaan gadii dabarfannee jirra. 1) Karoorri maqaa Maastar Pilaanii Finfineetin mootummaan TPLF/EPRDF dhiibaa jiru, kan magaalota 37 Oromiyaa irraa muruufi, qunnaan bultoota miliyoonotaan lakkaayaman ol lafa isaanitirraa buqqaasu ta’u waan amannuuf akka fashalu ni qabsoofna 2) […]

SEENAA Y.G(2005):- "Hogganoota Qabsoo Oromoo …"| Kutaa 2ffaa

$
0
0
SEENAA Y.G (2005)* Barruu kiyya kutaa 1ffaa keessatti yaadoota wal hubannoof gargaaran kaa’uu yaaleera. Mata dureen filadheetti odoo hin ceenee, Yaadoota ka’umsaa fi kaayyoo mata duree kanaa dursuun kiyya, wal hubannoof karaa saaqa jedheetani. Ummata tokko mitii, Namni of hin hubannee tokko, Goondaan tokko yoo isa ciniinte, waan hoomaan Goondaa irratti Roobee itti fakkaatee, quba […]

Oromo Voice Radio (OVR) Broadcast – 18 November 2015

Minneapolis | Dec. 5, 2015 | Prof. Mohammed Hassen’s Book Signing

$
0
0
Prof. Mohammed's book "The Oromo and the Christian Kingdom of Ethiopia: 1300-1700" will be featured.

Abdoo Badhaasoo: "Asxaa Bilisummaa" [Oromo Music]


Dr. Asaffaa Jalataa: Sabboonummaa fi Qabsoo Oromoo (via Simbirtuu)

Najiib Zannuun:- NUUF BAHI YAA BIIFTUU!

$
0
0
NUUF BAHI YAA BIIFTUU! Yaa biiftuu yaa ifa ummataa Dukkana maaf tahe Carraan Oromootaa? Ifnikee hangahee Bakkayyuu wal gahee Namayyuuf bahee Addunyaa naannahee Nutti maaltu tahee? Ifnikee garayyuu hangayaa Hundaahuu wal gayaa Dukkana maaf tahe carraan Oromiyaa? Biiftuu … Ormaaf baatee Nurraa maaliif turtee? Maaliif nu calliftee … Dukkanatti nu dhiifte? Dukkanaan haguugamnee Ifa arguu […]

Swedish Interview with Martin Schibbye & Caalaa Haayiluu

OMN: Qophii Xiinxalaa (Ob. Boruu Barraaqaa fi Ob. Garasuu Tufaa)

ከቤኒሻንጉል ህዝቦች ነጻነት ንቅናቄ (BPLM) የተሰጠ መግለጫ

$
0
0
በጠላት ተደልለው የህዝቦችን ፍትሃዊ ትግል ለማደናቀፍ የሚንቀሳቀሱ ከሃዲያን ፍትሃዊ ትግሉን ሊቀለብሱ ኣይችሉም!

Giving Thanks in Many Voices: Oromo Irreechaa (via PBS)

$
0
0
With U.S. Thanksgiving coming, PBS features Oromo Thanksgiving.

Oduu Gaddaa: Maanguddoon Oromoo Du’aan Boqotan (Obbo Yisaaq Aangoos Gurmuu)

$
0
0
Sabboonaa Oromoo Obbo Yisaaq Aangoos Gurmuu dhibee isaan mudateen wal’aanamaa tuuranii, Sadaasa 19, 2015 boqatan.

የአዲስ አበባና ኦሮሚያ ልዩ ዞን ማስተር ፕላን (via DW)

$
0
0
የአዲስ አበባና የኦሮሚያ ልዩ ዞን የተቀናጀ የጋራ ማስተር ፕላንን በተመለከተ፤ የፌድራል መንግስትም ሆነ የኦሮሚያ ምክር ቤት፤ ሕዝብን ጠርቶ ያላወያየበት ምክንያት፤ የኦሮሞ ወይም የአከባቢ አርሶ አደሮችን አፈናቅለዉ መሬት ዘረፋ ላይ የተመሰረተ እንቅስቃሴ ለማድርግ በመታቀዱ ነዉ ሲሉ የኦሮሞ ፌዴራሊስት ኮንግሬስ ከፍተኛ አመራሮች ተናገሩ። በሌላ በኩል ማስተር ፕላኑ ለአከባቢዉ ነዋሪዎች ስለሚያመጣዉ ጥቅምና ጉዳት በቂ ማብራርያ አይሰጥም የሚሉ እንዳሉም […]

Baarentuu Gadaa:- Ummanni Keenya Karaa Adda Addaan Dhumaa Jira!

$
0
0
Baarentuu Gadaa irraa* Erga guyyaatti 3 ol nyaanna jedhamee Wayyaaneedhaan hololamu eegalee waggoottan 24 darbaniiru. Muummicha ministeeraa Wayyaanee kan ture Mallas Zeenaawi irraa eegalee hanga ergamticha har’aa H/ Maariyaam Dassaalanyitti guddinarratti guddinni ida’amee, parsantii 11 oliin gudataa jirra jedhamee afarfamaa tureera. Guddinnii fi dhaadannoon waggoottan 24 darbaniif hololamaa ture garuu kunoo dhadhaa abidda bu’e ta’ee […]

Gullallee Show (OBS): Seenaa Gullallee Oromoo

VOA: Hiriira Barattoota Oromiyaa Keessaa fi Deebii Mootummaa

$
0
0
Namoo Abaataa | VOA Torban tokko duraa jalqabee, hiriirri barattootaa, Shawaa Lixaa magaalaa Giincii keessatti geggeessame, hidhamuu namoota hedduu dhaqqabsiise – jedhu – jiraattonni magaalattii. Paartiin mormituu Kongiresiin Federaalawa Oromoo immoo, kaleessa magaalaalee lama ka biroo, Jalduu fi Najjoo keessatti, har’a immoo Amboo, Mandii fi Qilxuu-Kaarraa keessatti hiriirri barattootaa kun itti fufee geggeessamuu isaa dubbatu. […]

Naggaa Mootummaa: "Yaa Kanniisa Ko" [Oromo Music via FinfinneeTube]

Viewing all 3224 articles
Browse latest View live