Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all 3224 articles
Browse latest View live

SEENAA Y.G(2005):- "Hogganoota Qabsoo Oromoo …"| Kutaa 3ffaa

$
0
0
SEENAA Y.G (2005)* Barruu kiyya har’aatti odoo hin ceenee, Qarree fi Qeerroon Oromoo, akkasumas, Ummati Oromoo Biyya keessaa, Mirga Abbaa Biyyummaa isaanii kabachisuuf, falmaa Gootummaa gaggeessaa jiranii fi wareegama kafalaa jiranitti kan boonnu, hanga lubbuun nu jirtuutti, isaan waliin dhaabbannee falmaa keenya bifa adda addaa kaa jabeessinu ta’uu mirkaneessaa, Fincillii har’aa borii jabaachaa fi babal’achaa […]

BBC to Start Broadcasting in Afan Oromo, AGCC Statement Says

$
0
0
The Afan Oromo Global Coordinating Committee (AGCC), the group that lobbied through a successful petition for the inclusion of Afan Oromo in BBC’s upcoming Horn of African service, has released a statement announcing that “the BBC Trust, the BBC Executive Board, and the Government of the United Kingdom have decided to start broadcasting to Ethiopia […]

Ob. Daawud Ibsaa, Oromo Artists, Others on O-TV’s 15th Anniversary

Eebbaa Coqorsa:- CAAM-BAATEE (Walaloo)

Ibsa THBO: Waa’ee Maastar Pilaanii TPLF | Statement of ULFO on TPLF’s Master Plan

$
0
0
Ibsa TOKKUMMAA HUMNOOTA BILISUMMAA OROMIYAA (THBO) | Statement of UNITED LIBERATION FORCES OF OROMIYAA (ULFO) Sadaasa 13, 2015 Karoora Sonaawaa Akka Sabaatti Oromiyaa Bilisoomsuf Qindaaweetu, Akeeka fi imaammata ‘Maastar Pilaanii TPLF/Finfinnee’ Fashalsa Rakkoon har’a Finfinnee harkaa qabu, jaarama impaayaraa Itiyoopiyaa calqaba Minilik akeeke waliin hidhannoo qaba. Hundeen yookiin maddi rakkoo kanaa haala bilchaatadhaan yoo hubatamuu […]

New Qabsoo Songs by Oromo Artists Galaanaa Gaaromsaa & Tajudin Ahmed

$
0
0
Tajudin Ahmed: “Yaa Biyyee” Galaanaa Gaaromsaa: “Oromiyaa Garas Geeffattuu?”

Baarentuu Gadaa:- Yeroon Kan Taa’anii Xiinxala Itti Gaggeechanii Miti

$
0
0
Baarentuu Gadaa irraa* Yeroon kessa jirru yeroo qabsoon hadhooftuun itti gaggeeffamaa jiruu dha. Qabsoon hidhannoo, FDG Oromiyaa keessatti finiinaa jiru baddaa gammajjiittii badaayiyyaa, magaalaatti diina wat-waachisaa jira. Ilmaan Oromoo gabrummaa jala jiraachuun ummata Oromoo akka hirriiba isaan dhorke kunoo Wayyaanee ummata Oromoo weeratee saamaa, hidhaa, ajjeesaa fi biyyaa baqachiisaa jirtu waliin kokkee walqabanii ajjeesanii du’aa […]

Oromo Voice Radio (OVR) Broadcast – 30 November 2015


VOA: Caama Godina Arsii Lixaa Mudate

$
0
0
Jaallannee Gammadaa | VOA WASHINGTON DC – Jijjirama qilleensaa mudateen Itiyoopiyaa keessatti uummanni Miliyoona 8 ta’u gargaarsi nyaataa kan isa barbaachisu ta’uu jaarmayoonni adda addaa beeksisaa jiru. Jiraattonni Godina Arsii Lixaa akka ibsantti caamni yeroo mudatu kun kan jalqabaa miti jedhu. Kan baranaa garuu daran hamaa ta’uu dubbatu. Midhaan facaafatan sababaa roobni dhabameef karaatti hafuu […]

OMN: Oduu – Sadaasa 30, 2015

$
0
0
If the above doesn’t work, please use the link below to go the OMN’s website to view the video.

Sagalee Qeerroo Bilisummaa (SQ) – Qophii Sadaasa 30, 2015

Irreecha Continued Coverage | Malkaa Soor (Iluu Abbaa Booraa) | Nov. 29, 2015

$
0
0
Qeerroo – Godina Iluu Abbaa Booraa Magaalaa Mattuu | Sadaasa 29, 2015: Irreessa Mattuu fi Sochii Qeerroo Bilisummaa Oromoo Gaafa Sadaasa 29, 2015: Jiraattota Iluu Abbaa Booraa Magaalaa Mattuu fi Oromiyaa Biratti Irreessi Birraa Malkaa Sootii Guyyaa Boruu Kabajamuuf Jira Sadaasa 29, 2015 | Gabaasa Qeerroo Mattuu Oromoon Kaabaa biyyattiitii dhiibamee as deebi’e gabaroon oromduroo […]

Diddaan Barattoota Oromoo: Ayiraa, Guulisoo (Qeerroo, VOA)

$
0
0
Qeerroo | Sadaasa 30, 2015 – Ayiraa Gullisoo FDG har’a Sadaasa 30, 2015 Oromiyaa dhaabbilee barnootaa fi godinale garagaraa keeysatti itti fufee jira. 1. Godina Wallaggaa lixaa aanaalee garagaraa keessatti torbee darbe FDG finiinee jiru osoo wal irraa hin cinne hanga har’aatti jabeeffamee itti fufeera. Bifa haaraadhaan har’a barattootni mana barumsaatii bahuudhaan Wallaggaa aanaa Aayiraa […]

Caalaa Bultuume (Qeerransoo): "Maastar Pilaanii" [Oromo Music]

Minneapolis | Dec. 19, 2015 | Human Rights/HRLHA Public Meeting


Diraamaa Dambalii: K/ 15ffaa (Via OBS)

Ibsa Dhabbaata Deeggarsa Qeerroo Idila Addunyaa

$
0
0
Ibsa Dhabbaata Deeggarsa Qeerroo Idila Addunyaa (International Qeerroo Support Group) … —- Deeggarsa Qeerroo Idila Addunyaa (International Qeerroo Support Group) P. O. Box 55244 – Washington, DC 20040 – USA Sadaasa 29, 2015 Akkuma beekamu dhaabbanni Deeggarsi Qeerroo Idila Addunyaa, dhabbaata bu’aaf hin hojjanne (nonprofit organization) yoo ta’u, erga hundaa’ee woggaa tokko ta’eera. Kaayyoon hundeeffama dhaaba kanas […]

Yaadasaa Dafa:- The Fundamentals of Ethiopian Colonialism

$
0
0
By Yaadasaa Dafa* Why do Abyssinian elites often want to control the politics in Ethiopia relentlessly with no end in sight? Different people may come out with conceptually reasonable scenarios in explaining this question. But, unless one is familiar with the original creation and envisaging of the imperial Ethiopia, they may remain at the mercy of the […]

Walaloo Gootittii Oromoo fi Qeerrittii Biiftuu Galmoo

Prof. Abbas Gnamo on the Conquest & Resistance of Oromo in Ethiopia

$
0
0
Oromo-Voice Radio’s English program, Oromia Insight, interview Prof. Abbas Gnamo about his latest book, “Conquest and Resistance in the Ethiopian Empire, 1880 – 1974 — The Case of the Arsi Oromo.” Part-One:
Viewing all 3224 articles
Browse latest View live