Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Browsing all 3224 articles
Browse latest View live

Humna Barreessuu Keessa Jiruun Galaana Guddaa Sochoosuu Dandeenya!

Beekan Gulummaa Irranaa jedhama. Lixa Oromiyaatti dhalate. Barnoota digirii jalqabaa Yunivarsiitii Jimmaatti xumuree isumaan barsiisummaaf Yunivarsiitii Amboo seenee barsiisaa turuun barnoota digirii...

View Article


SBO: Hagayya 17 Bara 2014 – Oduu

SBO Hagayya 17 Bara 2014 Oduu – Gaaffii fi deebii J/ Gammachuu Fayyeeraa – Ibsoota Ejjennoo fi Yaada hirmaattota Kora Gamtaa Miseensota ABO Kaaba Amerikaa

View Article


ኦ.ኤም.ኤን. (OMN):- የሳምንቱ፡ ዜናና፣ ከፕሮፌሰር፡ አስመሮም፡ ለገሠ፡ ጋር፡ ቃለ-መጠይቅ – (News and...

ኦ.ኤም.ኤን. (OMN):- የሳምንቱ፡ ዜናና፣ ከፕሮፌሰር፡ አስመሮም፡ ለገሠ፡ ጋር፡ ቃለ-መጠይቅ – (News and Interview with Prof. Asmarom Legesse) – August 16, 2014

View Article

Korii ABO Amerikaa Kaabaa Kan Bara 2014 Milkiin Xumurame

Korri Gamtaa Miseensota Adda Bilisummaa Oromoo fi akkasumas kan Hawaasaa Hagayya 6 hanga Hagayya 9tti Magaalalee Lakku (Minneapolis fi Saint Paul) keessatti geggeffamaa ture murti ejjennoo fi...

View Article

Sochiin Diddaa Gabrummaa Oromiyaa Keessaa Jabaate Itti Fufuun Wayyaanee...

(Qeerroo.org) – Hagayyaa 16/2014 Sochiin Dargaggoota, Barattoota Oromoo fi waliigalattii uummaatni Oromoo mirga abbaa Biyyummaa isaa kabachiifachuuf abbaa irree EPRDF/TPLF/OPDO irratti gaggeessa jiru...

View Article


SBO: Hagayya/August 20, 2014 Oduu fi SBO Sagantaa Afaan Amaaraa

SBO: Hagayya 20 Bara 2014 Oduu – Gabaasa Oduu – Sochiin Qeerroo Bilisummaa Wayyaanee mudduu ilaalchisuun barruu Qeerroo irraa dhihaatee fi SBO Sagantaa Afaan Amaaraa

View Article

Faana Barattoota Yuuniversitii Irraa Boqonnaaf Galanii Hordofuun Mootummaan...

(Qeerroo.org) – Faana barattoota Oromoo Yuuniversitii irraa boqonnaaf maatiitti galanii hordofuun Mootummaan Wayyaanee barattoota Wallagga Bahaa keessatti dirqisiisuun Mattuu fi Naqamtetti Guuraa jira....

View Article

Mootummaan Wayyaanee Olola Guyyaa Boruu Eegaluuf Jecha Magaalaa Amboo Hoomaa...

Qeerroo.org – Hagayya 19, 2014 Amboo Wayyaaneen EPRDF guyyaa boruu walgahii ittiin uumata Oromoo afaan fajjeessuu kan marraa jalqabaa bifa ofii tolfateen as bahuuf deema. barattootni Oromoo dhaabbilee...

View Article


Seattle: Walgahii Marii Hawaasa Oromoo (Hagayya 30, 2014)

View Article


Barattooti Oromoo 80 Yuuniversitii gara garaa boqonnaa yeroo gannaaf...

Hagayya 20, 2014 – Amboo Guyyaa har’aa battootni Oromoo dhaabbilee Barnoota Olaanoo irraa baratan Godina Kibba Lixa Shawaa irraa walgahii ariifachiisaa jechuun FDG irraa isaan dhaabuuf Wayyaaneen humna...

View Article

Simbirtuu: Oduu, qophii Simboo fi Imalaa. Imalli dhimma saammicha lafaa...

Simbirtuu: Oduu, qophii Simboo fi Imalaa. Imalli dhimma saammicha lafaa irratti Dr. Alamaayyoo Kumsaa keessumma taasifateera

View Article

Seife Nebelbal Radio: Interview with Dr. Beyene Petros, and with Qeerroo on...

Seife Nebelbal Radio: Interview with Dr. Beyene Petros, and with Qeerroo on Ambo violence by Govt of Ethiopia

View Article

#Irreecha2014 – Gaafif Deebii Kurfii Naannoo Torontoti Geggeefamu Laalchisee...

#Irreecha2014 – Gaafif Deebii Kurfii Naannoo Torontoti Geggeefamu Laalchisee Goone Hordofaa (TVOMT)

View Article


Barattooti Oromoo Yuuniversitiilee Adda Addaa Iyyannoo Mirgaa Gaalfatan

Iyyannoon Dargaggoota  Barattoota Oromoo Marsaa 2ffaan Itti Fufe! Nuti dargaggootni barattootni Oromoo dhaabbilee barnoota olaanoo haala yeroo irraatti hundaa’uun rakkinoota yeroo amma kana uummata...

View Article

Seife Nebelbal Radio – Special Edition – August 23, 2014

Seife Nebelbal Radio – Special Edition – August 23, 2014

View Article


Gaaffii Mirga Oromoo Yuuniversitii Amboo Keessatti Ka’een Wal Qabatee Ammas...

Hagayya 24, 2014 – Amboo Gootonni barattoota Oromoo dhaabbilee barnoota ol aanoo wal gahii mootummaan abbaa hirree waame Yuuniversiitiiwwan garaagaraa keessatti mormuun gaaffii mirgaa karaaa nagaa...

View Article

ETHIOPIA: Relentless government violence on Oromo students and nationals...

The following is a press release from the Human Rights League of the Horn of Africa (HRLHA). ————————- August 27, 2014 While fresh arrests and detentions, kidnappings and disappearances of Oromo...

View Article


ቄሮ፡ የኦሮሞ፡ ወጣቶች፡ ለነፃነት፡ ንቅናቄ፡ ድምፅ፡ የሳምንቱ፡ ዜና – Hagayya 27, 2014 | Sagalee...

ቄሮ፡ የኦሮሞ፡ ወጣቶች፡ ለነፃነት፡ ንቅናቄ፡ ድምፅ፡ የሳምንቱ፡ ዜና – Hagayya 27, 2014 | Sagalee Qeerroo Afaan Amaaraa

View Article

Barattooti Oromoo Yuuniversitii Wallaggaa 200 Ta’an Hidhaman, 26 Ammoo...

Hagayya 28, 2014 – Naqamte | Qeerroo.org Barattooti Oromoo Yuuniversitiilee adda addaa keessatti humnaan walitti qabamanii akka olola Wayyaanee baratan yeroo taasifamuu yaaluun roorroo uumata Oromoo...

View Article

Hagayya 27 fi 28, 2014 Yuuniversitiilee 9 Keessatti Gaaffiileen Mirga...

Hagayya 28/2014 | Qeerroo.org Walgayiin barattootaa Yuniversitiilee 9 irratti qondaalota OPDO 9n gaggeeffamaaa jiru barattooti Oromoo rakkoo uumata isaanii ifatti haasa’uuf sababa guddaa kan ta’eedha,...

View Article
Browsing all 3224 articles
Browse latest View live