(Qeerroo.org) – Faana barattoota Oromoo Yuuniversitii irraa boqonnaaf maatiitti galanii hordofuun Mootummaan Wayyaanee barattoota Wallagga Bahaa keessatti dirqisiisuun Mattuu fi Naqamtetti Guuraa jira. FDG Oromiyaa keessatti barattoota Oromoon qabsiifame dhaamsuuf mootummaan Wayyaanee waan hin godhin hin jiru, ilmaan Oromoo hidhuun, ajjeessuun, barumsa irraa ariyuun, qabeenyaa saamuun gonkumayyuu qabsoo Oromoo fi sochii diddaa gocha isaanii balaaleffachuun […]
↧