Hagayya 28, 2014 – Naqamte | Qeerroo.org Barattooti Oromoo Yuuniversitiilee adda addaa keessatti humnaan walitti qabamanii akka olola Wayyaanee baratan yeroo taasifamuu yaaluun roorroo uumata Oromoo irratti hammaatee jiruu fi gaaffiin hundee qabsoo Oromoo waan hin deebi’iiniif daran diddaa barattootaa jabeessuun guutummaa Oromiyaa keessatti Fincila Diddaa Gabrummaa(FDG) qabsiisee jira. Haala kanaan Yuuniversitii Wallaggaa keessatti FDG […]
↧