Haala Guyyaa Kanaa Ilaalchisee Miseensi Shanee Gumii Sabaa A.B.O. J/ Abbaa-Caalaa Lataa; Goottitii Oromoo J/ Urjii Dabaa Ibsa Nuuf Kennu
↧
Atlanta/Georgia: Guyyaa Gootota Oromoo (Oromo Martyrs’ Day) – April 19, 2014
↧
BUQQIFAMA OROMOOTA SHAGGARII fi NAANNOO ISAA – Kutaa Afraffaa
Taammanaa Bitimaa irraa*- DURAANDURSA Dubbiftoota barreeffama kanaa jaalatamoo fi kabajamoo, kutaalee sadan dabran akka argattanii dubbiftan nan abdaddha. Amma kutaa isa kana bakkuma isa dabre dhaabne sana irraayyi itti-fufnaa, yoo yeroo fi wanneen biroo isiniif hayyaman mee duukaa-bu’uuf yaalaa! Xumura kutaa sadaffaa gara dhumaa irratti, murteen yaa’iin Oromoota Kurnaan Gullallee seena-qabeessichi sun dabarse, isiniif dhiyaatee […]
↧
↧
Medrek’s Meeting in Hawassa Successful Despite Harassment from Government
Medrek has successfully held a public meeting in Hawassa on March 29 (Megabit 20, 2006 EC), which was organized with the objective of public discussion of its “Political Manifesto” issued last year. This meeting was held by overcoming severe obstacles imposed by the ruling party/EPRDF Cadres and its government officials. The obstacles included: preventing/forbidding announcement of the […]
↧
Waamicha Walgayii Kabajaa Guyyaa Gootota Oromoo – Minneapolis: Ebla/April 19, 2014
↧
Waamicha Kabajaa Guyyaa Gootota Oromoo – Melbourne, Australia: Ebla/April 19, 2014
I/A/HD ABO J/ Bultum Biyyoo Yeroo Jalqabatiif Hawaasa Vic Ibsa Kenna
↧
↧
Haala Yeroo Ilaalchisee Ibsa Sochii Dargaggoota Biyyoolessaa Irraa Kenname
(Qeerroo Bilisummaa) Ebla 2, 2014 – Jimmaa Bakka bu’oonni Qeerroo Bilisummaa Oromoo godinoota adda addaa irraa walitti dhufuun Ebla 1 fi Ebla 2, 2014 walgahii guyyaa lamaaf gaggeefatan irratti haala yeroo uummata Oromoo fi Qabsoo FDG bilisummaa Oromoo daran jabeessuu fi haala waliigala raafama siyaasa Impayeera biyyattii irratti marii bal’a gochuun ibsa armaan gadii dabarsee […]
↧
OSA President’s Thank-You Note to OSA Members and Supporters on the Success of the 2014 Mid-Year Conference
The following note is from the Oromo Studies Association’s (OSA’s) president Dr. Ibrahim Elemo. OSA a scholarly, multidisciplinary, non-profit international organization established to promote studies on issues relevant to the Oromo people. ——————— Dear OSA members and supporters, Dear Colleagues and Friends, I just wanted to say thank you to all who came to attend […]
↧
IN PICTURES: The Unveiling of the Aannolee Oromo Martyrs’ Memorial Monument in Hetosa, Oromiyaa
The Aannolee Oromo Martyrs’ Memorial Monument was unveiled in Hetosa, Arsi, Oromiyaa, on April 6, 2014 – also inaugurated was the Aannolee Cultural/Historical Museum. The Monument commemorates the Oromo martyrs whose limbs and breasts were cut off atrociously by the invading Abyssinian/Shoan Amhara army of Menelik II in 1886. Known as the harmaf harka muraa […]
↧
Ebla 12, 2014: Waamicha Kabajaa Guyyaa Yaadannoo Gootota Oromoo
Hawaasni Oromoo Kibba Dhiha Norway (Haugaland) qubannee jirru guyyaa Yaadannoo Gootota Oromoo bara baraan Ebla 15 kabajamu, guyyaa 12.04.2014 kabajuuf qophii goonee jirra. Hawaasni keenya, akka ijaarsa Hawaasaatti yeroo sadaffaaf guyyaa Yaadannoo Gootota Oromoo kabajuuf jira. Guyyaa Yaadannoo Gootota Oromoo baranaa yeroo Yaadannu kanatti dhaadannoo “Media Oromoo” haa gargaarru jedhuun, Oromoo Media Network gargaaruuf saganteeffannee […]
↧
↧
OLF Statement on Current Situations of Oromo Refugees in Kenya: Baqataa Seerawaa Miidhuun Tarkaanfii Namoomaan Alaa fi Seera Addunyaa jiru Dhiitu Dha | Abusing Legitimate Refugees is Violation of Human Rights and International Conventions
The following is the statement of the Oromo Liberation Front (OLF) on the current situations of Oromo refugees in Kenya. The statement is in Afan Oromo and English. ——————– Abusing Legitimate Refugees is Violation of Human Rights and International Conventions OLF Statement Regarding the Oromo Refugees in Kenya Citizens flee their own countries for different […]
↧
A Second Open Letter to Obbo Leenco Lata
By Malkaa Guutuu* | April 2014 In my previous letter, I argued that the Oromo Democratic Front’s imminent entry into the current Ethiopian political landscape might prove to be beneficial for the Oromo; concluded by stating that the move was also fraught with certain risks; and promised to identify what I considered to be the […]
↧
Oromia Media Network’s (OMN’s) Community Appreciation Tour in Seattle on April 19, 2014 with Guest Speakers Ob. Jawar Mohammed and Dr. Ahmed Gelchu
Event: Oromia Media Network’s (OMN’s) Community Appreciation Tour Place: Seattle, Washington Venue: Rainier Beach Community Center, 8825 Rainier Ave. South, Seattle, WA 98118 Date/Time: April 19, 2014 – 1:30pm to 6:30pm Guest Speakers: Ob. Jawar Mohammed, Oromo Human Rights Activist, and Dr. Ahmed Gelchu, Secretary of the OMN Board of Trustees
↧
Aannolee: ‘a tragedy on which Ethiopian sources are silent’
(OPride) – Hundreds of thousands gathered in Hetosa, Arsi zone of Oromia, the largest of Ethiopia’s nine federal states, for the unveiling of the Aannolee Cultural Center on April 6, 2014, local media reported. The cultural center houses the Oromo Martyrs’ memorial monument, an ethnographic museum and a mural. Standing several inches on top of […]
↧
↧
Job Opening Announcement: EMPLOYMENT COUNSELOR at the Oromo Community of Minnesota (OCM)
The following is a job opening announcement from the Oromo Community of Minnesota (OCM). ——————————— OROMO COMMUNITY OF MINNESOTA (OCM) Our mission is to enhance the quality of lives of Oromo-Americans in Minnesota EMPLOYMENT COUNSELOR Position Description Status: Part-time (between 20 to 30 hrs/week) Pay rate: $14-$18 (depending on qualifications) Reports To: Executive Director Date […]
↧
ክፍት ደብዳቤ ለኣሜሪካ ድምጽ ሬድዮ ኣማርኛ ፕሮግራም ማኔጂንግ ኤዲተር ወ/ሮ ትዝታ በላቸው
ከያህያ ጀማል* በቅድሚያ ይድረስ የተከበረ ሰላምታዬ ለወ/ሮ ትዝታ በላቸው። ከሰላምታዬ በማስከተል ይህን ክፍት ደብዳቤ ለመጻፍ ወዳነሳሳኝ ፍሬ ጉዳይ ልዝለቅ። ወ/ሮ ትዝታ ቢያንስ ከ20 ኣመታት በላይ በኣሜሪካ ድምጽ ሬድዮ ኣማርኛው ፕሮግራም ላይ የማውቅሽ ሚዛናዊ የሆኑ ዝግጅቶችን ስታቀርቢ ነው። በተለይም በፖለቲካ ነክ ጉዳዮች ዙሪያ እንግዶችን ጋብዘሽ በምታዋይያቸው ወቅቶች ሁሉ ተገቢና ፍትሃዊ ጥያቂዎችን እየፈለፈልሽ በመሰንዘር የኣድማጮችሽን የልብ ትርታ […]
↧
Oromo rights group appeals to Kenyan Government and UNHCR to uphold the rights of refugees in Nairobi
The following is a press release from the Advocacy for Oromia. ————————- Press Release, 9 April 2014 Requesting urgent intervention to uphold the rights of refugees in Nairobi Advocacy for Oromia (AFO), a non-profit advocacy organisation working to ensure that the Oromo people’s rights and wishes are respected, is highly concerned at the wave of […]
↧
Woldhabbii Gosoota Oromoo Gujii fi Booranaa Ilaalchisee Ibsa (Yaada) Liigii Dargaggoota KFO’n Kenname
Dhiyeenya kana gaafa 17/07/2006 kaasee guyyoota afuriif wol faana wolitti bu’insa gosoota Oromoo kibba Oromiyaa Gujii fi Booranaa gidduutti taasifameen lubbuun baay’een dabartee jirti. Liigiin Dargaggoota Koongireesii Federalaawaa Oromoo (KFO) gadda guddaan gorsa, ibsa fi yaada asiin gadii kana dabarsa. Uummati Oromoo dur dur woggoota dheeraan dura gaadisa tokko jalatti woliin bulaa akka ture seenaan […]
↧
↧
Neglected Identity – A Special Issue of Biftuu – Barii: Seenaa as Sanait
By Seenaa Jimjimo* | April 10, 2014 Even though my story is not as compelling and thrilling as the story of “Chaltu as Helen,” I still find it perplexing to see some Oromos introduce themselves in two characters. Perhaps, you are wondering what I am referring to. Let me take you through the story. It […]
↧
Ebla/April 15, 2014: Guyyaa Goototaa Oromoo | Oromo Heroes and Heroines Day
April 15, 2014: Oromo Heroes and Heroines Day By Ibsaa Guutama* An Oromo hero/heroine is one who effects change or dedicated one’s life to change Oromo life with his/her determination and sacrifice. An Oromo hero/heroine is known for bravery, generosity and wisdom, and never flinches in the face challenges and temptations. An Oromo hero/heroine is […]
↧
VOA: Nagaa biyyaa eegsisuuf Mirgi baqattootaa dhiitamuu hin qabu
Jaallannee Gammadaa | VOA Mootummaan Keeniyaa baqattoonni biyya isaa keessa jiran mooraa baqataatti akka galaniif ajaja kennuun isaa ni yaadatama. Gidduu kana garuu baqattoota galmaa’anii seeraan jiran magaalaa Naayroobii keessaa qabee hidhaa jira jedhu baqattoonni. Gareen kabajamuu mirga namaaf falmu kan Keeniyaas mootummaan Keenyaa nageenya biyyaa eegsisuu dhaaf mirga baqattootaa cabsuu hin qabu jedha. - […]
↧