(Yahyaa Jamaal) Xalayaa banaa kana afaanuma keenyaan OSAf akkan barreessu waan na dirqetu jira. Hayyonni seenaa dhalootaan Oromoos tahee Oromoo irraa ala tahan,waa’ee seenaa Oromoo Bardhibbee 16ffaa, (gariin Oromo migration jedhu, gariinis Oromo expansion jedhu, ani garuu Return of the Oromo jechuun filadha) irratti falmii hunde-jabeessa yoo geggeessan dilas hin dhagahu, hin dubbisu. Rakkoo kana […]
↧
Xalayaa Banaa Waldaya Qorannoolee Oromoo (OSA)f: Seenaan Oromoo Qubsuma Har’aa Keessatti Bardhibbee 16ffaa irraa Eegala moo San Dura?
↧
Oromo Human Rights Activist Jawar Mohammed Speaks Out Against the Recent Oromophobic Assault on Oromos in Bahir-Dar
From Ob. Jawar Mohammed’s Facebook Note: The ugly verbal and physical attacks on Team Oromia at the Bahir Dar Games should not be surprising to anyone who has been following Ahmara politics in the last few years. Anti-Oromo propaganda, fueled by electronic and print media, has become the pillar of Amhara political discourse. Oromophobia is […]
↧
↧
Minishirii
Translation: Zelealem Aberra Tesfa O, Minishiri, a flute, at fingers touch, Like a hawk you snatch O, Minishiri; diarrhoea you cause Where is your father’s house? So I could pay your remaining price. On the Sun of Friday morning You drank blood bowing As if of thirst you were dying; Then you leaned on me […]
↧
“Lives Change Only When Individuals Rise Above Their Circumstances”– Journalist and Community Worker Dhabessa Wakjira
Mr. Dhabessa Wakjira Advocacy4Oromia.org: The following is a statement by Mr. Dhabessa Wakjira, an Oromo journalist and community worker, on the Oromia Support Group-Australia’s fundraising night about his life story and his firsthand experiences with human rights violations in Oromia, Ethiopia. Hello Everyone, As most of you would know, my name is Dhabessa Wakjira, and I’m […]
↧
Yaadannoo Guyyaa Gootota Oromoo: Konyaa ABO ‘Washington-DC’tiin (Caamsaa/May 3, 2014)
↧
↧
Update on the Upcoming 50th Anniversary of the Macha Tulama Association
Press Release The early 1960s holds a special historical place in the history of the Oromo national struggle. We can count the establishment of the Macha Tulama Association (MTA) among the many major events that emerged during this decade and changed the landscape of the Oromo national movement. In 2011, MTA-USA was created in North America as a […]
↧
Biyyi “Tophiyaa” Jedhamtuu Ummata Oromoof Mana Gabrummaati!
Miliyon Taddesse* Akkuma hundii kenyaa senaa irraa hubannettii waggaa dhibba tokko duraa ummantii Oromoo ummataa biyyaa mataa isaa qabuu, Sarara dangaa bekkamaa kan qabuu fi Sirnaa dimokratawaa fi sirna dimocrasii hammayyaaf bu’ura kan ta’ee sirna gadaa jalattii kan bulu turee. Akkuma senaan dubattuttis yeroo sanatti ummatnii habashaa yeroo dheraaf qabenyaa Oromoo samichaa fi ummataa Oromoo […]
↧
Photos: Oromo Recording Artists Pay Tribute to the Late Artist Almaaz Tafarraa
Oromo recording artists, such as Kadir Martu, Addisu Karrayyu, Shukri Jamal, Ibrahim Adam, Jafar Yousuf, Naima Abdurahman, and others, on tour in Oromia, paid tribute to the late Artist Almaaz Tafarraa during their travel to Haramaya University for a cultural music concert on March 23, 2014.
↧
Reminder: Oromo Community and Civic Events Calendar for April 2014 & Beyond: More than One Way to Get Involved and/or Serve the Community
↧
↧
Author/Activist Ob. Kadiro Elemo Speaks out on the Borana-Guji Conflict: The conflict is TPLF’s evil strategy to divert attention from the Shakkiso Gold Heist as well as deny favorable atmosphere for the operation of OLF in the region
Editor’s Note: Author and Activist Ob. Kadiro Elemo jotted down the following note in Facebook about the TPLF-instigated Borana-Guji conflict. It’s to be noted that, following the Oromo youth revolt in the region earlier in mid-March 2014, TPLF created conditions for the deadly escalation of the conflict between Borana and Guji. Excerpt from Ob. Kadiro […]
↧
In Pictures: The 2014 Oromo Studies Association (OSA) Mid-Year Conference in Chicago (March 29 & 30)
Dr. Merera Gudina, Chairman of the Oromo Federalist Congress (OFC), delivers a speech on the fragmentation of the Oromo political landscape: the past, the present and the way out. Day-1 Keynote Speaker, Ms. Obse Lubo of the Founder of the East African Medical Relief Foundation (EAMRF), delivers a paper on “Bridging Healthcare Disparities in Oromiya-Ethiopia: […]
↧
Guyyaa Gootota Oromoo – Magaala Columbus/OH – Ebla 26, 2014
Guyyaa Gootota Oromoo magaala ‘Columbus, Ohio’ keessatti kabajachuuf qophi keenya xumurree, waamicha keenya bakkaafi, yero, asiin gadittii tarreefamaniti ilmaan Oromoo fi frootan Oromoo akka nuuf argamtanii ulfinaafi ittin boonuma gootota Oromoo akka calaqiftan kabajaan issin waamina. Waamich keenya ‘Oromo Community Kentucky, Michigan, Chicago, DC, Pennsylvania, Indiana’ akka qaqabuu abdi keenya. Guyyaan: Ebla 26, 2014 Bakki: […]
↧
Kaansarii Finfinnee Qabatee Oromiyaa Guututti Darbutti Jiru Kan Fayyisu Bilisummaa Oromiyaa Qofa
FAYISA LEMMA irraa* | Bitootessa 30, 2014 Akkuma beekkamu Finfinnee hardha hafteen nafxanyootaa fi wayyaaneen keesaa iyyitu kana waggaa 128 dura gosa Oromoo kan akka Gulallee, Galaan fi Oromoota biraa malee osoo qorichaafuu barbaadamee habashaan tokko keesatti hin argamu ture. Finfinnees kaansariin hin qabne ture. Qabeenya uumamaanis badhaatuu kan turtee fi lafti ishees bosinaan kan […]
↧
↧
OLF Statement on the Violent Clash in Southern Oromia: Using Bloodshed to Perpetuate Their Rule – A Standing Policy of Ethiopia’s Rulers
The following is the statement of the Oromo Liberation Front (OLF) on the TPLF-instigated violent clash between two Oromo tribes in southern Oromia. The statement is in Afan Oromo, English and Amharic (find here the Amharic statement). ——————– Using Bloodshed to Perpetuate Their Rule – A Standing Policy of Ethiopia’s Rulers OLF Statement on the […]
↧
Oromoon Dureessa Seenaa Waggaa Kumootaa Malee Hiyyeessa Seenaa Waggaa Dhibbootaa Miti! – Deeggarsa (Rejoinder) Xalayaa Obbo Yahyaa Jamaal
Boonsaa Lammii irraa* Obbo Yahyaa Jamaal xalayaa banaa dhihoo kana gara OSAtti barreesseen, dhimma belbeltuu xiyyeeffannoo hundaa gaafatu kaase. Dubbii kanas afaan alangaan ittiin hubachuu danda’uun osoo hin taane afaanuma keenya filatee barreessuu isaaf dinqisiifannoo guddaan qabaaf. Yeroo miidiyaa irratti waa barreessinu afaan kamiin dhaamsa kam eenyuuf akka barreessaa jirru beekuun bilchinna jalqabaa ti jedheen […]
↧
MINILIKOOTA BARDHIBBEE 21-FFAA: Kutaa Afraffaa
Taammanaa Bitimaa irraa* DURAANDURSA Jalatamoo fi kabajamoo warra barreefata kana duukaa-buutanii jirtan, mee waan hundumaa duran nagaa fi nageenya isiniif hawwa! Barreeffama kana kutaa sadaffaa, ilaa akkana jedheen xumureeyyu: “Mee WAAQNI gurraachi garaa gurraachaa, leemmooon garaa taliilaa warra abbaa tokkeessoo kana jalaa aadaa Oromoo faas, aadaa uummatoota impaayerittii tanaas haa oolchu! Kutaa kanatti aane dhufu […]
↧
Suuraalee: Konsartii Tokkummaa fii Tumsa Aartistoota Oromoo – ISIN YAAMTI HARMEEN – Magaala Finfinnee Keessatti (Bitootessa 30, 2014)
↧
↧
Free Prisoners of Conscience in Ethiopia: Call for Demonstration in Bergen, Norway: April 25, 2014
We, the OLF Support Group – Bergen Branch, Oromos in neighboring communities and friends of Oromo, are very concerned about the human rights violations, particularly against the Oromo people, in Ethiopia. Therefore, we have planned a peaceful rally: - to demand the release of all Oromo Political Prisoners - to say NO to the displacement […]
↧
“TOKKUMMAAN” DHAADANNOO FI HAWWIIN HIN DHUGOOMU!
SEENAA Y.G(2005) kutaa 2ffaa. Yaada koo har’aa , yk kutaa 2ffaa, qabxiilee lama, kan kutaa 1ffaa keessatti itti fayyadameenin eegala. “Tokkummaan nu barbaachisu maal irratti ? Tokkummaa nuuti barbaannu,tokkummaa maaliitii ? Tokkummaa Bara Abbaa Biyyaa turreeti ? Tokkummaa Bara Gadaan tureetii ? Tokkummaa Dhiigaatii ? Tokkummaa Siyaasaatii ? Tokkummaa Ummataati ? Tokkummaa Dhaabbilee Siyaasaatii ? […]
↧
Guyyaa Yaadannoo Gootota Oromoo – United Kingdom: Bolton/Manchester (Ebla/April 27, 2014)
Guyyaan yaadannoo Gootota Oromoo bara 2014 Biyya UK gaafa Dilbata, Ebla 27, 2014, magaalaa Bolton (Manchester) keessatti qophaawee jira. Orommoo fi firoottan Oromoo biyya UK fi naannootti argamtan akka dhuftanii guyyaa seena qabeessa kana waliin yaadannu kabjaan isin afeerra. Sagantaan qophii guyyaa itti fufee galgalli bashannanaa ni jiraata. Warra fagoo irraa dhuftanii bakka bultii feetaniif […]
↧