Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Browsing all 3224 articles
Browse latest View live

ከተማ ዋቅጅራ:- ወያኔ ጋር የሚፈላ ደም እንጂ የሚያስተውል ልቦና እንደሌለ አወቅን!

ከከተማ ዋቅጅራ* ግፉ በአስቸኳይ ይቁም። በየአካባቢው ያለ ምክንያት የሚገደሉ ዜጎች አይኑሩ። በየመንደሩ ማዋከብ ይቁም። እስር ቤቶች የንጹሃን ዜጎች ማሰቃያ አይሁን። እውነትን በሐሰት ለመለወጥ አትሞክሩ … ወርቅን በጠጠር እንደ መለወጥ ነውና። ምክንያት እየፈጠራችሁ ግፍና በደልን አትፈጽሙ … ፈሪ ሃይልን ያበዛልና …...

View Article


VOA: Kitaaba Afaan Oromoo Haaraa –“Kudhaama Seenaa” (Leellisaa Aadaa)

Kitaabi haaraan mata dureen isaa “Kudhaama Seenaa” jedhamuu fi kan seenaa, aadaa fi amantii Oromoo ibse maxxanfamee ba’ee jira. Barreessaan kitaaba kanaa ogumaan balaliisaa xayyaaraa yoo ta’an barnoota...

View Article


"QARA DHUGAA"– Fiilmii Afaan Oromoo Do’ii Gabaabaa Bara 2015

View Article

Kiya Tesfaye:- The Major Challenges of Opposition Parties in Ethiopia and the...

By Kiya Tesfaye* Since the adoption of the new Constitution in 1995, Ethiopia has organized 4 elections carried out regularly ever 5 years (in 1995, 2000, 2005 and 2010); the ruling party, TPLF,...

View Article

Radio Afuura Biyyaa: Interview with Ob. Leenco Lata of ODF (March 28, 2015)

Radio Afuura Biyyaa: Interview with Ob. Leenco Lata of ODF (March 28, 2015)

View Article


Seife-Nebelbal Radio: Interview with Dr. Getachew Jigi about the ODF Incident...

Seife-Nebelbal Radio: Interview with Dr. Getachew Jigi about the ODF Incident and Other Current Affairs (March 27, 2015)

View Article

SEENAA Y.G(2005): "GOGAA LAAFAATTI MARUU"

SEENAA Y.G (2005)* Kutaa 1ffaa Ummati Oromoo, Mirga Abbaa Biyyuummaa isaa kabachiisuuf, bakka maraa sagalee inni dhageesisaa jiru, hedduu kan nama Onnachiisuudha. Kana irra yoo hojjatame ammoo, waan...

View Article

Keessa OPDO Ilaalchisee Qophii Addaa Sagalee QEERROO Bilisummaa Oromoo Irra,...

Keessa OPDO Ilaalchisee Qophii Addaa Sagalee QEERROO Bilisummaa Oromoo Irra, Bitootessa 28 2015

View Article


ODF Spokesperson Ob. Lencho Bati: ODF Continues Peaceful Political Struggle...

ODF Spokesperson Ob. Lencho Bati: ODF Continues Peaceful Political Struggle Despite Recent Setback, Amharic Interview with SBS

View Article


SBO Bitootessa 29 Bara 2015

SBO Bitootessa 29 Bara 2015. Oduu, Ijoo Dubbii ABO, Gaaffii fi Deebii Miseensa KHR – ABO Jaal Jabeessaa Gabbisaa waliin geggeeffame, Sochii FDG Giddu gala Oromiyaa gara Lixaa keessatti deemaa jiru...

View Article

QEERROO: Warraaqsi Bilisummaa Dargaggoota Oromoon Qabsiifame Godina Iluu...

Bitootessa 28, 2015 – Godina Jimmaatti FDG gootota dargaggoota barattoota Oromoo Yuunibarsiitii Jimmaan qabsiifame jabaachuun gara uummataa magaalaa fi baadiyyaa Godina Jimmaatti babaldhachuun guyyaa...

View Article

Malkaa Caffee:- TPLF Deggeruun "Warqee" OLF Deggeruun "Dhiphoo" Maaliif...

Malkaa Caffee irraa* | Bitootessa 2015 “Dhaadannoo ABO Faana Hiriiree Kan Jiru Eenyu? Saba Oromoo ti. Kun Maal Irraa Kan Madde? Ilaalcha Dhiphummaa Ummatichaa Irraahi.” Abbaay Tsahaayyee (Gorsaa...

View Article

Oromo Voice Radio (OVR) Broadcast – March 28, 2015

Oromo Voice Radio (OVR) Broadcast – March 28, 2015

View Article


VOA: "Rirriittaa"– Kitaaba Afaan Oromoo Haaraa

Tuujubee Kuussaa | VOA WASHINGTON, DC – ​Kitaabonni Afaan Oromoo Lama dhiyoo maxxanfamuun gabaa irra oolee jira. Barreessituun kitaaba kanaa Hawwii Gonfaa Jedhamti. Kitaabonni koo kun jetti Hawwiin kan...

View Article

Oromia Youth Association’s (OYA’s) Hawwisoo Group Represents Oromia at the...

View Article


Beesisa fi Waamicha OMN – Sweden, Magaalaa Sundsvall (Ebla 18, 2015)

Nageenyi Waaraan Ilmaan Oromoo Maraaf, Nagga keenyatti aansuun Waamicha gammachiisaa Uummata Oromoo Swedenii fi nannawaa ishee jiran maraaf. Yeroo dheeraaf kan hawwamaa fi eegamaa ture hayyuu kabajamaa...

View Article

QEERROO: Goototi Dargaggoonni Oromoo Yuuniversitii Wallaggaa Diddaa Sirna...

Bitootessa 29, 2015 Gabaasa Qeerroo Naqamtee Maqaa dorgommii Ispoortii jedhuun dargaggoota Istaadiyoomii Wallaggaa keessatti walitti qabuun kan afaan faajjessaa jirtu Wayyaaneen, karaa dabballoota...

View Article


Follee Ent. Presents Adinan Mohammed, Saliha Sami & Hailu Kitaba – SPRING...

Get your tickets today.

View Article

Ijoo Dubbii ABO:- Kan gorsamuu qabu gorsaa taasisuun, gorsaa fi gorfamaa...

Ijoo Dubbii ABO Bittaan Abbaa irrummaa isaa dhumatee baqattummaan Haraareetti osoo hin godaaniin dura Mangistuu H/Maariyaam ummatoota Itophiyaa qofa osoo hin taane, biyyoota ollaatti dhaadatuu...

View Article

"Oromia Insight"/English with Prof. Hamdeessaa Tussoo – Mar. 23/30, 2015

March 23, 2015 (First Part): March 30, 2015 (Second Part):

View Article
Browsing all 3224 articles
Browse latest View live