SEENAA Y.G (2005)* Kutaa 1ffaa Ummati Oromoo, Mirga Abbaa Biyyuummaa isaa kabachiisuuf, bakka maraa sagalee inni dhageesisaa jiru, hedduu kan nama Onnachiisuudha. Kana irra yoo hojjatame ammoo, waan barbaadu bira ga’uuf humni isa dhawwu akka hin jirre shakkiin hin jiru. Ummata Oromoof har’a waa’ee Seenaa fi kkf kaasanii dubbii akka hubatu itti himuun barbaachisaa miti. Kan […]
↧