Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

Ibsa Ejjennoo: Walgayii Hawwaasa Oromoo Konyaa Kaaba Noorwee

$
0
0
Bitootessa 7, 2015 Kutaa ABO Sikandiiniviyaattiif: Akkuma duraandursinee isiniif ibsuu yaallee guyyaa hara’aa, 07/03/2015 hawwaasni Oromoo kaaba Noorwee akkasumas miseensonni fi deggertootni ABO magaalaa Harstad itti geggeeffataniin dararaa fi dhiittaa mirga dhala namaa daangaa hinqabne mootummaa abbaa irree Wayyaaneen uummata Oromoorra ga’aa jiru bal’inaan irratti mariyataniiru. Walgayii kanarrattis miseensi gumii sabaa fi abbaan jaarmiyaa ABO […]

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

Trending Articles