Jaallannee Gammadaa | VOA WASHINGTON, DC — Kamiisa Bitooteessa 12 bara 2015 ganama Awutoobusiin imaltoota 68 fe’e magaalaa Finfinnee irraa ka’ee gara magaalaa Dambi Doollootti qajeelaa ture tokko magaalaa Geedoo akkuma darbetti garagalee lubbuun nama 11 darbuu isaa Godina shawaa Lixaatti waajirri polisii aanaa Calliyaa ibsee jira. Ajajaan waajiira polisii aanaa Calliyaa Komaandar Kabbadaa Dabarsaa […]
↧