(QEERROO.org) – Wallagga Aanaa Bonayyaa Magaalaa Biilloo Keessatti Gootonni Barattooti Oromoo Diddaa Finiinsan. 1. Gaaffiin Ummata Oromoo haa deebi’u. 2. Finfinneen biyya Oromootaati. 3. Oromiyaan haa bilisoomtu. 4. Alagaan nu hin bulchuu. 5. ABOn nu haabulchu . 6. Minilik diina Oromooti! Haala kanaan loltooti Wayyaanee fi poolisoonni Federaalaa barattoota magaalaa kanaa irratti rasaasa dhukaasuu fi […]
↧