Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

Jawaar Muhammad: Mormii Nagaa

$
0
0
“Mormiin manneen barnootaatiifi magaalota keessatti godhamu bu’aa barbaadame argamsiisuuf biyya guutuufi addunyaa birottis dhaga’amuufi mul’achuu qaba. Kanaafu warri mormii kana keessatti hirmaattaniifi magaalota/mooraalee san keessa jiraattan waan deemaa jiru suuraa, sagaleefi viidiyoodhaan waraabuun gama intarneet baasuun gahee keessan bahaa. Kana gochuun waan teknolojii guddaa gaafatuu miti. Bilbiluma harkaa xixiqqaan kaasaa/waraabaa gama facebook baasaa. Yoo ofii […]

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

Trending Articles