Taammanaa Bitimaa irraa* DURAANDURSA Jalatamoo fi kabajamoo warra barreefata kana duukaa-buutanii jirtan, mee waan hundumaa duran nagaa fi nageenya isiniif hawwa! Barreeffama kana kutaa sadaffaa, ilaa akkana jedheen xumureeyyu: “Mee WAAQNI gurraachi garaa gurraachaa, leemmooon garaa taliilaa warra abbaa tokkeessoo kana jalaa aadaa Oromoo faas, aadaa uummatoota impaayerittii tanaas haa oolchu! Kutaa kanatti aane dhufu […]
↧