Boonsaa Lammii irraa* Obbo Yahyaa Jamaal xalayaa banaa dhihoo kana gara OSAtti barreesseen, dhimma belbeltuu xiyyeeffannoo hundaa gaafatu kaase. Dubbii kanas afaan alangaan ittiin hubachuu danda’uun osoo hin taane afaanuma keenya filatee barreessuu isaaf dinqisiifannoo guddaan qabaaf. Yeroo miidiyaa irratti waa barreessinu afaan kamiin dhaamsa kam eenyuuf akka barreessaa jirru beekuun bilchinna jalqabaa ti jedheen […]
↧