(OromoDemocraticFront.org) – Qophiin Galgala Irbaataa ADO Marsaa ADO Minnesotaan gaafa Bitootessa (March) 22, 2014 magaalaa lakkuu (Minneapolis-Saint Paul) keessatti qohaa`e milkiin xumuramee jira. Qophii irbaataa kana irratti kan argaman miseensootaa fi deeggartoota ADO afeeramanii fi dhibbaan lakkaawaman ture. Qophiin kun akka aadaa Oromootti eebba maanguddootaa fi abbootii amantiin baname. Itti aanusuudhaan wal-gahii kana irratti bakka […]
↧