Bitootessa 13, bara 2014 Godina Gujii, Magaalaa Shaakkisoo keessatti woldhabbiin barattoota Oromoo fi barattoota biraa jiddutti uumamuu miidiyaaleen garaagaraa ibsaniiru. Keessattuu OMN gabaasanii turan. Woldhabdeen barattoota jiddutti uumame kun sababa rincicuu bulchiinsa mana barnootaa fi bulchitoota naannootiin hatattamatti furmaata kennuu dadhabuu isaaniitiin gara hokkaraatti jirjiirame. Akka gabaasa miseensota keenyaa fi barattoota irraa arganneetti barattoonni ilmaan […]
↧