Miseensoni ABO biyya UK, koonyaa Manchester keessaa jiraatan gaafa Amajjii 4, 2014 sa’atti 1:00 WD irraa hanga 4:00WD magaalaa Manchester keessatti wal gahii bal’aa adeemsifatanii ayyaana WBO bara 2014 sirnaan kabajatanii jiru. Ayyana kana irratti qabxiilee gara garaa kaasanii erga mariihatanii booda waan bara 2014 hojjetan irratti sagalee tokkon ibsaa ejjeennoo baafatanii jiru. Ibsi ejjennoo […]
↧