Jiituu Lammii- Unbarsiitii Finfinnee KUTAA 1ffaa “….Nuti duunus du’uu baannus akeekni keenya ilmaan ilmaan keenyaatiin galma gaha…!” H/Maariyam Gammadaa 1968 Aadaa Oromoo keessatti sanyiin ooda. Sanyiin akkatti faca’u qaba. Yeroo faca’u qaba. Lafa isaaf ta’utu jira. Akeeka faca’uuf qaba. Margee akka calla gaarii kennu kunuunsa gaafata. Qonnaan bulaa gaariin kana hunnda beeka. Lafa sanyichi jaalatu […]
↧