Konyan ABO Switzerland Guyyaa Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) fiSimannoo Bara Haarawaa 2014 Magaalaa guddittii Switzerland, Bern, tti gaafa 31.12.2013 sa’a 18:00 irraa kaasee hamma barii tti kabajata. Sagantaa kana irra tti Oromootni fi firoonni uummata Oromoo hundi akka argamtan kabajaan isin affeerra! Bakki itti kabajannu: Haus der Religionen, Laubeggstrasse 21, 3006 Bern Guyyaan: 31.12.2013 Yeroon: Sa’a 18:00 – hamma barii […]
↧