Maaliif yakka ta’ee si irratti uumamuun koo? Mee sin gaafadhaa dubbadhu al tokko Yeroo hundaa hin usin deebisi gaaffii koo. Ana qofa mitti akaakilii egale Abbeenis gaafataa ture kana kale. Anis ga’ee kunoo gaaffiin sitti taree Deebisi gaaffii kana osoo bira hin tarre! Sardaa dha gaaffiin koo lubbuu na gaafate Daa’imaatiif beekaa meeqa nu irraa […]
↧