SEENAA Y.G (2005)* Qabxii kana barreeffamaan wal amansiisuuf yaaluun, amma ciqilee ofii dhungachuu Ulfaachuu ni mala. Mata duree kana irratti yeroo fudhatanii, mari’achuu, wal amansiisuu fi wal dhaggeeffachuun barbaachisa. Kanaaf yaadoota bu’uraa kaa’een, kan waa hubatees ta’ee, osoo hin hubatiin Umurii isaa guutuu quba namatti qabuu qofaan furmaati tan argamu itti fakkaate, yaada isaa sirreeffatee, waan hiri’atee […]
↧