(Oromedia, 18 Hagayya 2015) Sabboontoti Oromoo waggaa jahaa oliif manneen hidhaa Itoophiyaa keessatti dararamaa turan hidhaa irraa gad-dhiifaman. Oduun nu gahe kun akka ibsutti, Roobaa Gaddafaa, Hayluu Dalasaa, Dajanee Dhaabaa, Bayisaa Huseen fi Waabee Hajii manneen hidhaa Baatuu fi Qilinxoo irraa murtii ganna 10 (waaggoota kudhan) xumurachuudhaan Hagayya walakkeessa keessa ba’anii jiru. Maddeen Oduu keeenyaa […]
↧