Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

Oromo-TV | OroMedia: Sanatariin Ameerikaa Oromoof dubbatan; Ambaasaaddiriin Itoophiyaa dhiigaan Oromoo immoo warra Oromoo miidhuuf dhaabbatan

$
0
0
(Oromedia, 22 Hagayya 2015) Senatariin Ameerikaa, Al Franken, gara Itoophiyaa deemuuf jiran; imala isaanii keessatti dhimma dhiitinsa mirga namoomaa Oromoo fi Somaalee irratti aangota Itoophiyaa waliin dubbachuuf karoora qaban. Gabaasa isaa guutuuf: Oromo TV

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

Trending Articles