Ibsa Ejjennoo Miseensota ABO Konyaa Viktooriyaa, Awustiraliyaa —- Guyyaa Caamsaa 31, 2015 Miseensonni ABO konyaa Viktoriyaa, Awustiraliyaa Caamsaa 31, 2015 walitti dhufuun haala Yeroo atattamaa Oromiyaa keessaa, Oromoota biyyoota ambaa fi waan qabsoon keenya keessa jiru, keessattuu sochii WBO irratti marii jajjabduu gaggeeffatanii jiru. Haala fakkeessii filannoo Wayyaanee gaamaaggamuun, kan qabsoo Oromoo fi uummata keenya […]
↧