Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

Waamicha Walga’ii Waldaan Walgargaarsa Dargaggoota Oromoo Naannaa Waashington DC – Waxabajjii 07, 2015

$
0
0
Waamicha Walga’ii WWDO Waldaan Walgargaarsa Dargaggoota Oromoo naannaa Waashington DC hojii hojjetaa jiru irratti mari’atee shoora lammummaa ba’uuf ji’a ji’aan akka wal ga’u beekamaadha. Haaluma kanaan, walga’iin idilee gaafa Dilbataa Waxabajjii 7, 2015, sa’aa 6:00w.b. irraa eegalee waajjira hawaasa Oromoo Washington DC tti geggeeffama. Waan ta’eef, dargaggoon naannoo DMV jiraattan hundi hirmannaan keessan barbaachisaadha. Kanaaf, […]

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

Trending Articles