Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Browsing all 3224 articles
Browse latest View live

Abdii Boruu:- Uummatni Oromoo, hanga yoomiitti gadadoo keessa jiraata?

Abdii Boruutiin* Uummatni ykn sabni gabrummaa keessa jiru yoomiyyuu jiruu fi jireenya gaarii qabaachuu baatullee, haalli uummatni keenya, uummatni Oromoo keessa jiru yeroodhaa yerootti hammaachaa...

View Article


AFAAN’s Toltu Tufa Arrives in Seattle for the Kick-off of AFAAN’s Summer Tour...

Click below on the image to start the video: Video by AFAAN Publication

View Article


Program Schedule | The 29th Annual Conference Of The Oromo Studies...

Please click here for the program schedule of the 29th Annual Conference Of The Oromo Studies Association (OSA) at Howard University in Washington, DC, on August 1st and 2nd, 2015. According to the...

View Article

Countdown Begins for #OromoWeek2015 – OSFNA’s 2015 Kickoff Less Than 48-Hrs Away

View Article

Oromo-TV: Updates on #OromoWeek2015, OSFNA and Oromo Women Soccer

Marii Torbaan Oromoo (#OromoWeek2015): Oromo Women Soccer Championship 2015:

View Article


TVOMT: Beeksisa fii Gaafiif Deebii Qeerroo Waliin Goone

View Article

Keynote Speech by Prof. John Markakis at the Oromo Studies Association’s 2015...

Video recorded from a live broadcast of the Conference today (August 1, 2015):

View Article

Oromo-TV: D/T Konya ABO MN

View Article


Oromo Kids Festival – August 15, 2015 in DC, Maryland and Virginia (DMV)

View Article


Oromo Community Cultural Night in Grand Rapids, Michigan – Aug. 22, 2015 –...

View Article

Keynote Speech by Ob. Bekele Gerba at the Oromo Studies Association’s 2015...

Video recorded from a live broadcast of the Conference on August 2, 2015 (speech starts around 2:54:58):

View Article

ABO-Jijjiramaa B/J Kamaal Galchuun Hogganamuu: Ibsa Ijannoo Kallacha...

Ibsa Ijannoo Kallacha Walabummaa Oromiyaa (KWO) … ——- Hagayya 2, 2015 IBSA IJANNOO KALLACHA WALABUMMAA OROMIYAA (KWO) Ummannni Oromoo gabrrummaa jalatti erga kufee kaasee gaaf tokkollee tole jedhee...

View Article

Elemo Ali: "OSFNA Jaalalaa" (Oromo Music Via TVOMT) | Also a Night of...

View Article


Sagalee QEERROO Bilisummaa – Adoolessa 28/Hagayya 1, 2015

Sagalee QEERROO Bilisummaa – Adoolessa 28, 2015 Sagalee QEERROO Bilisummaa – Hagayya 1, 2015

View Article

Amin Jundi:- ABOn jabaatu malee Carraan Oromoon qabu kan native warra USA fii...

Qabsoon ummanni keenya roorroo diina jalaa bilisa ta’ee ulfinnaafi kabajaan jiraatuufi geeggeffamaa ture milkiin isaa bakka gayuu dhabullee injiffannooleen goonffatame kan akka salphatti shalagamuu...

View Article


Qeerroo.org: Maqaa Maastar Pilaaniin Qonnaan Bultooti Oromoo Qe’ee fi Mana...

View Article

Post Conference Feedback Survey: The 2015 Oromo Studies Association (OSA)...

The Executive Committee of the Oromo Studies Association (OSA), together with the Local Planning Committee, has organized a feedback survey to assess the 2015 OSA Conference in Washington, DC, on...

View Article


Ibsa Ijjannoo Koree Dandamachiiftuu Dhaaba ABO Jijjiramaa Afrikaa Kibbaa

—- ABOn Jijjiramaa B/G/Kamaal Galchuutiin hogganamu Augest/Hagayya 2/2015 ibsa ijjannoo baasee jira. Ibsi ijjannoo kunis kaayyoo kaleessa akaakayyootaa fi abbootii teenya irraa dhaaluudhaan jaallan...

View Article

Jiituu Lammii:- Haqa Keenya!

“Warri maqaa baqataatiin lafa dhiigni ilmaan Oromoo irratti dhangala’aa jiru diina irraa kadhachuuf bobba’an diina waliin lammii nyaatanii – dhiiga isaanii irraa gatii baasu. Manni isaan lafee Oromoo...

View Article

Taammanaa Bitimaa:- Mandaroota fi Magaalaawwan Oromiyaa ("Oromian Towns and...

Taammanaa Bitimaa irraa* DURADUBBII Dubbiftoota barreeffa kanaa jaalatamoo fi kabajamoo, baga nagaa fi nageenyaan naaf turtanii kutaa torbaffaa kana duukaa-buu’uuf dhuftani! Akkuma isin amma gara...

View Article
Browsing all 3224 articles
Browse latest View live