Bitootessa 24/2015 Goototni dargaggootni Qeerroon Oromoo Yuunibarsiitii Jimmaa FDG qabsiisan jabeessuun itti fufuun guyyaa har’aa uffata gaddaa uffachuun ilmaan Oromoo bara darbee mootummaan EPRDF waraana itti bobbaasuun mooraa Yuunibarsiitii fi manneen barnootaa sadarkaa adda addaa keessatti fixeef gaddaa qaban mormii guddaan ibsachuun walleelee warraaqsaa qabsoo bilisummaa Oromoo leellisuun gootota ilmaan Oromoo faarsan. Goototni barattootni Qeerroon […]
↧