(Oromedia, 26 Biteetossa 2015) Galmi Aaadaa Oromiyaa Finfinneetti ijaarame har’a eebbifame. Galmi Aadaa Oromiyaa Magaalaa Finfinneetti baasii Birrii miliyoona 200 caaluun jaarame kun olola sirna OPDOf oolaa jira jedhamee qeeqameera. Galmi Aadaa Oromiyaa kun lafa kaaree meetira kuma 40 irratti ijaarame. Akka odeessa nu gaheetti, Galmi Aadaa kun hambaawwan seenaafi aadaa Ummata Oromoo walitti qabuufi […]
↧