Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

Sirkanan Ahmed:- OMN (Walaloo)

$
0
0
Ashamaa harka fuune obboleeyyan dhiiraa fi dhalaa Keessummootas ta’e kan dhihoof halaalaa Akkatti wal gayuun hedduu natti tolaa Nuti harka tokkoo nurraa haa qabu balaa! Ilmaan Oromoodhaa kan asitti wal geeysan, Kan amna dheeraa qaxxaamuruun dhuftan, Kan kabajaa OMN irratti argamtan, Hundi keessanuu baga nuuf dhihaattan! Warri Minisoottaa-Oromiyaa xiqqoodhaa Hundi akkam jirtan nageenyi badhaadhaa? Baga […]

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

Trending Articles