Kora Xiqqoo ABO Kutaa Iskandanaaviyaa Ebla 18-19 bara 2015 Magaalaa Oslootti guyyaa lamaaf (kan miseensotaa fi hawaasaa) walitti aansee gaggeeffama. Kora kan irrattis hayyootaa fi beektota Oromoo kan irratti afeeramani yommu ta’u, Gaafa sanbataa galgala isaa ammoo bashannana artistoota Oromoo bebbeekamoo waliin akka dabarsitaniif waamicha kabajaa hunda keessaniif dabarsina. Ebla 18, 2015: Kora Miseensotaa Gaggeeffama […]
↧