Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

SBO: Sochii Daraggoota Oromoo Tohachuuf Shira Mootummaan Wayyaanee Maree Konfaransii Dargaggoota Oromiyaa Marroo 9ffaa Jechuun Xaxe Ilaalchisee Gabaasa Qindaahe

$
0
0
(Sagalee Bilisummaa Oromoo – Bitootessa 23, 2015) – Sochii kabajamuu mirga abbaa biyyummaa fi bilisummaa isaaf ummanni Oromoo taasisaa jiruun muddama keessa kan seene mootummaan wayyaanee, warraaqsa diddaa gabrummaa kana dhaamsuuf lukkeelee bobbaafateen shira xaxaa fi karoora baasee fiigaa jira. Keessumaa ammoo kufaatii sirnichaa daran shaffisaa kan jiru Fincilli Diddaa Gabrummaa (FDG) qeerroon barattoonni Oromoo […]

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

Trending Articles