Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

QEERROO: Goototi Barattooti Oromoo Yuuniversitii Wallaggaa 3 Humna Tika Wayyaaneen Qabamanii Bakka Buuteen Isaanii Wallaalamuu Qeerroon Gabaase

$
0
0
1. Gannaa FDG qabsiiftan sababaa jedhuun reebichaan waltajjii irraa butamee gurra lamaanii fi afaan isaa keessa dhiigni yaa’ee dhaabbachuu didnaan Hosptala Xiqur Anbassaatti yaalamaa ture. 2. Barataa Hydraulics Waggaa 4ffaa kan ta’e Lammii Gonfaa Fullessaa n waggaa darbe FDG Ebla 2014 ka’e irratti reebichaan qabamee maa’ikelaawwii keessatti nama torchii ta’aa ture keessaa tokko yeroo ta’u. […]

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

Trending Articles