Jiituu Lammii irraa | Bit. 19, 2015 Akkuma dhufaniin miira tuffiitiin ba’aa isaanii akka baannuu nu ajajan. Golattis ol darbanii dubartoota keenyatti roorrisuu eegalan. Dhugumatti haalichi kan obsa namaaf kennu hin turre. Kana callisanii ilaaluurra hanga du’aatti of irraa loluun dirqama ta’uu hubanne. Kanaaf ‘… wanti keenya jennu tokko hin jiru. Hunduu nurraa fudhatameera. Akka […]
↧