Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

WAAMICHA HARMEE OROMIYAA

$
0
0
Taammanaa Bitimaa irraa DURADUBBII Dubbiftoota barreeffama kanaa jaalatamoo fi kabajamoo, kunoo akkuma dhagayaa, argaa jirtan haalli biyya keenya keessaa irra-caala uummata keenyatti hammaachaa, diinni isaa irra-caala gara bineensaatti of-geeddaraa jira. Kunoo, torban lamaan dabran kana keessa ijoolleen Oromoo akka baala mukaatti nu jalaa harcaatee jirti. Kaan immoo mootummaa Habashaa kan Wayyaanee ofiin jedhuun gaadamtee qabamuun, […]

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

Trending Articles