Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

Waamicha Hiriira Mormii Ergaa OFC/KFO irra

$
0
0
Paartiin MEDIREK jedhamu ajjeechaa Saba keenya irratti ta’aa jiru irratti hundaa’uun mormii guddaa Magaala Finfinnee keessatti gaafa Sanbata, May (Caamsaa) 10, 2014 qopheesseera. Saba fi Sablammooni ni argamu. Uumatni Oromoo Finfinnee fi Naanno ishee hundi iyyaa iyya dabarsaa walwaamaa gadi bahaa sagalee keessani dhageessisaa jedhu.

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

Trending Articles