(Boruu Barraaqaa irraa) Oromo yaa firaa, Hora na obaasaa Jagnummaan dheebodhee, dheebuu koo na baasaa Barri kan dur mitii, qaanyiitu dhalatee Dur loontu Hora dhugaa, har’a nut dheebotee Loon dhiisaa nu yaasaa, oofaatii nu geessaa Amboo Hora keenya geessaa nu obaasaa Gurbaa fi intaloo, yaa isa furdaa fi qal’oo Ilmaan Aayyaa hundi, beekaa fi wallaaloo […]
↧