May 02, 2014 – Caamsaa 02, 2014 Buraayyuu keessatti abiddi cimaan qabatee jira! Yeroo ammaa kanatti buraayyuu keessatti baankonnii,suuqiin akkasumas waajjiraaleen garaa garaa cufamanii jiru.kattaa irraa jalqabee hanga buraayyuutti dhukaasni banamee jira.uummati magaalaa buraayyuu fi barattoonni “uummati keenya nuuf jedhee dhumaa jira misooma uummati keenya hin feene nutis hin barbaannu jechuu dhaan mormii dhageessisaa jiru. […]
↧