Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

Fincilli Diddaa Gabrummaa (FDG) Barattoota Oromoon Eegale Har’as Ebla 12, 2014 Yuuniversitii Jimmaa Keessatti Itti Fufe!

$
0
0
Gabaasa Qeerroo Bilisummaa Ebla 12/2014 Jimmaa Warraaqsii FDG Qeerroon Bilisummaa Qabsiisaniin Baratootni Oromoo Yuunibarsiitii Jimma Ebla 11, 2014 eegalan itti fufuun guyyaa har’aa Ebla 12, 2014 bifa adda ta’een itti fufan. FDG guyyaa kaleessa irra kaasee barattoota Oromoon eegaluun haala jabaataa fi qindoomina guddaa kan qabu guyyaa lammaaffaaf jabaatee itti fufee jira. Goototni Baratootni Oromoo […]

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

Trending Articles