Hawaasni Oromoo Kibba Dhiha Norway (Haugaland) qubannee jirru guyyaa Yaadannoo Gootota Oromoo bara baraan Ebla 15 kabajamu, guyyaa 12.04.2014 kabajuuf qophii goonee jirra. Hawaasni keenya, akka ijaarsa Hawaasaatti yeroo sadaffaaf guyyaa Yaadannoo Gootota Oromoo kabajuuf jira. Guyyaa Yaadannoo Gootota Oromoo baranaa yeroo Yaadannu kanatti dhaadannoo “Media Oromoo” haa gargaarru jedhuun, Oromoo Media Network gargaaruuf saganteeffannee […]
↧