Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

BUQQIFAMA OROMOOTA SHAGGARII fi NAANNOO ISAA – Kutaa Afraffaa

$
0
0
Taammanaa Bitimaa irraa*- DURAANDURSA Dubbiftoota barreeffama kanaa jaalatamoo fi kabajamoo, kutaalee sadan dabran akka argattanii dubbiftan nan abdaddha. Amma kutaa isa kana bakkuma isa dabre dhaabne sana irraayyi itti-fufnaa, yoo yeroo fi wanneen biroo isiniif hayyaman mee duukaa-bu’uuf yaalaa! Xumura kutaa sadaffaa gara dhumaa irratti, murteen yaa’iin Oromoota Kurnaan Gullallee seena-qabeessichi sun dabarse, isiniif dhiyaatee […]

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

Trending Articles